LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 33:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Yaa ilma namaa, ilmaan saba keetti dubbadhu,+ akkana isaaniin jedhi:

      “‘Ani biyya tokko irratti goraadee nan fida taʼa;+ namoonni biyya sanaa hundis nama tokko fuudhanii waardiyyaa isaanii akka taʼu ni godhu; 3 innis goraadeen biyyattii irratti dhufaa akka jiru argee xurumbaa* afuufuudhaan namoota akeekkachiisa.+

  • Amoos 3:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Magaalaa keessatti xurumbaan yoo afuufame, namoonni hin sodaatanii?

      Magaalaa keessatti badiisni yoo gaʼe, badiisicha kan fide Yihowaa mitii?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi