-
Hisqiʼel 6:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Akkana jedhi: ‘Yaa gaarota Israaʼel, dubbii Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa dhagaʼaa; Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan gaarotaan, tabbawwaniin, lageenii fi sululawwaniin akkana jedha: “Kunoo, ani isin irratti goraadee nan fida, iddoowwan keessan warra ol kaʼoos nan balleessa.
-
-
Hisqiʼel 21:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 “Yaa ilma namaa, raajii dubbadhu, akkana jedhi: ‘Yihowaan akkana jedha: “Goraadeen, eeyyee, goraadeen+ tokko qarameera, cululuqfameeras.
-