Hisqiʼel 3:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Namoota* saba keetii warra boojiʼaman+ gidduu deemiitii isaanitti dubbadhu. Isaan yoo dhagaʼanis dhagaʼuu yoo didanis,+ ‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha’ isaaniin jedhi.”
11 Namoota* saba keetii warra boojiʼaman+ gidduu deemiitii isaanitti dubbadhu. Isaan yoo dhagaʼanis dhagaʼuu yoo didanis,+ ‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha’ isaaniin jedhi.”