Hisqiʼel 2:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Isaan finciltoota+ waan taʼaniif, dhagaʼanis dhagaʼuu baatanis, raajiin isaan gidduu akka ture dhugumaan ni beeku.+
5 Isaan finciltoota+ waan taʼaniif, dhagaʼanis dhagaʼuu baatanis, raajiin isaan gidduu akka ture dhugumaan ni beeku.+