Hisqiʼel 12:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Yaa ilma namaa, ati kan jiraattu finciltoota gidduu dha. Isaan finciltoota waan taʼaniif,+ ija qabu, garuu hin argan, gurra qabu, garuu hin dhagaʼan.+
2 “Yaa ilma namaa, ati kan jiraattu finciltoota gidduu dha. Isaan finciltoota waan taʼaniif,+ ija qabu, garuu hin argan, gurra qabu, garuu hin dhagaʼan.+