LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 6:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Innis akkana jedhee naaf deebise: “Dhaqiitii saba kanaan akkana jedhi:

      ‘Isin irra deddeebitanii ni dhageessu,

      Garuu hin hubattan;

      Irra deddeebitanii ni argitu,

      Garuu beekumsa tokko illee hin argattan.’+

      10 Isaan ija isaaniitiin akka hin argineef,

      Gurra isaaniitiinis akka hin dhageenyeef,

      Garaan isaanii akka hin hubanneef,+

      Isaanis gara kootti akka hin deebinee fi akka hin fayyineef,

      Garaan saba kanaa didaa akka taʼu,

      Gurri isaaniis duudaa akka taʼu godhi;+

      Ija isaaniis walitti fayyisi.”

  • Ermiyaas 5:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 “Isin gowwoonnii fi warri hubannaa* hin qabne kana dhagaʼaa:+

      Isaan ija qabu, garuu arguu hin dandaʼan;+

      Gurra qabu, garuu dhagaʼuu hin dandaʼan.+

  • Roomaa 11:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 kunis akkuma, “Ijji isaanii akka hin arginee fi gurri isaanii akka hin dhageenyeef, Waaqayyo hamma guyyaa harʼaatti+ hafuura hirriba cimaa isaanitti buuse”+ jedhamee barreeffametti dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi