LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 5:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 “Isin gowwoonnii fi warri hubannaa* hin qabne kana dhagaʼaa:+

      Isaan ija qabu, garuu arguu hin dandaʼan;+

      Gurra qabu, garuu dhagaʼuu hin dandaʼan.+

  • Maatewos 13:14, 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Kanaafuu, raajiin Isaayyaas akkana jedhee dubbate isaan irratti raawwatamaa jira: ‘Isin dhagaʼuu ni dhageessu, garuu matumaa ergaa isaa hin hubattan; ilaaluu ni ilaaltu, garuu matumaa hin argitan.+ 15 Ija isaaniitiin arganii, gurra isaaniitiin dhagaʼanii, garaa isaaniitti ergaa isaa hubatanii akka hin deebinee fi anis akkan isaan hin fayyisneef, garaan saba kanaa didaa taʼeera; gurri isaanii ni dhagaʼa, garuu deebii hin kennan; ija isaaniis dunuunfataniiru.’+

  • Luqaas 8:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Haa taʼu malee, barattoonni isaa hiika fakkeenya kanaa isa gaafatan.+ 10 Innis akkana jedhe: “Iccitii qulqulluu Mootummaa Waaqayyoo hubachuun isiniif kennameera; warra kaanitti garuu fakkeenyaan+ itti himama; kunis, isaan kan ilaalan taʼus akka hin argineef, kan dhagaʼan taʼus ergaa isaa akka hin hubanneefi.+

  • Hojii Ergamootaa 28:25-27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Kanaafuu, isaan gidduutti garaa garummaan waan uumameef, achii deemuu jalqaban; yeroo kanatti Phaawulos akkana isaaniin jedhe:

      “Wanti hafuurri qulqulluun karaa Isaayyaas raajichaa abbootii keessanitti dubbate sirrii dha; 26 akkana jedhe: ‘Gara saba kanaa dhaqiitii akkana jedhi: “Isin dhagaʼuu ni dhageessu, garuu matumaa ergaa isaa hin hubattan; ilaaluu ni ilaaltu, garuu matumaa hin argitan.+ 27 Ija isaaniitiin arganii, gurra isaaniitiin dhagaʼanii, ergaa isaa hubatanii akka hin deebinee fi anis akkan isaan hin fayyisneef, garaan saba kanaa didaa taʼeera; gurri isaanii ni dhagaʼa, garuu deebii hin kennan; ija isaaniis dunuunfataniiru.”’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi