-
Isaayyaas 6:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Innis akkana jedhee naaf deebise: “Dhaqiitii saba kanaan akkana jedhi:
‘Isin irra deddeebitanii ni dhageessu,
Garuu hin hubattan;
Irra deddeebitanii ni argitu,
Garuu beekumsa tokko illee hin argattan.’+
-
-
Maatewos 13:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Isaan ni ilaalu, garuu hin argan; ni dhagaʼu, garuu akkasumaan dhagaʼu malee ergaa isaa hin hubatan;+ ani fakkeenyaan kanan isaanitti dubbadhu kanaafi.
-