LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 6:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Isaan ija isaaniitiin akka hin argineef,

      Gurra isaaniitiinis akka hin dhageenyeef,

      Garaan isaanii akka hin hubanneef,+

      Isaanis gara kootti akka hin deebinee fi akka hin fayyineef,

      Garaan saba kanaa didaa akka taʼu,

      Gurri isaaniis duudaa akka taʼu godhi;+

      Ija isaaniis walitti fayyisi.”

  • Maarqos 4:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 kunis, isaan kan ilaalan taʼus akka hin argineef, kan dhagaʼan taʼus ergaa isaa akka hin hubanneefi; isaan matumaa gara Waaqayyootti waan hin deebineef dhiifama hin argatan.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi