Hisqiʼel 2:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Achiis akkana naan jedhe: “Yaa ilma namaa, ani gara saba Israaʼel, gara saboota finciltoota taʼanii fi na irratti fincilan+ sanaatti sin erga.+ Isaanis taʼan abbootiin isaanii hamma harʼaatti illee cubbuu na irratti raawwachaa jiru.+ Hisqiʼel 2:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Isaan finciltoota+ waan taʼaniif, dhagaʼanis dhagaʼuu baatanis, raajiin isaan gidduu akka ture dhugumaan ni beeku.+
3 Achiis akkana naan jedhe: “Yaa ilma namaa, ani gara saba Israaʼel, gara saboota finciltoota taʼanii fi na irratti fincilan+ sanaatti sin erga.+ Isaanis taʼan abbootiin isaanii hamma harʼaatti illee cubbuu na irratti raawwachaa jiru.+
5 Isaan finciltoota+ waan taʼaniif, dhagaʼanis dhagaʼuu baatanis, raajiin isaan gidduu akka ture dhugumaan ni beeku.+