-
Hisqiʼel 33:33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 Dhugumaan waan raawwatamuuf, yommuu inni raawwatamu, isaan raajiin gidduu isaanii akka ture dhugumaan ni hubatu.”+
-
-
Hojii Ergamootaa 20:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Kanaafuu, dhiiga nama hundumaa irraa qulqulluu taʼuu koo guyyaa kanatti akka dhugaa anaaf baatan isin waameera;+
-