Yohaannis 9:41 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 41 Yesuusis, “Jaamota utuu taatanii silaa cubbuu isinitti hin taʼu ture. Amma garuu, ‘Ni argina’ jettu. Kanaafuu, cubbuun keessan isiniif hin dhiifamu”+ isaaniin jedhe.
41 Yesuusis, “Jaamota utuu taatanii silaa cubbuu isinitti hin taʼu ture. Amma garuu, ‘Ni argina’ jettu. Kanaafuu, cubbuun keessan isiniif hin dhiifamu”+ isaaniin jedhe.