Yohaannis 15:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Ani dhufee utuu isaanitti hin himne taʼee, silaa cubbuu isaanitti hin taʼu ture.+ Amma garuu cubbuu isaaniitiif sababii dhiheessan hin qaban.+
22 Ani dhufee utuu isaanitti hin himne taʼee, silaa cubbuu isaanitti hin taʼu ture.+ Amma garuu cubbuu isaaniitiif sababii dhiheessan hin qaban.+