LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 6:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 “Waardiyyoota nan muude,+

      Waardiyyoonni kunis, ‘Sagalee xurumbaa dhagaʼaa!’ isaaniin jedhan.”+

      Isaan garuu, “Hin dhageenyu” jedhan.+

  • Zakkaariyaas 1:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 “‘Isin akka abbootii keessanii warra raajonni durii, “Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Maaloo, daandii keessan isa hamaa fi gocha keessan isa hamaa irraa deebiʼaa’+ jedhanii itti himan sanaa hin taʼinaa.”’

      “‘Isaan garuu hin dhageenye, xiyyeeffannaadhaanis na hin dhaggeeffanne’+ jedha Yihowaan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi