-
Isaayyaas 58:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
58 “Iyyaatii waamaa; of hin qusatinaa!
Akka xurumbaatti sagalee keessan ol kaasaa.
Saba kootti fincila isaanii,+
Mana Yaaqoobittis cubbuu isaanii beeksisaa.
-