-
Isaayyaas 1:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Yaa samiiwwan, dhagaʼaa, yaa lafaa, xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffadhu,+
Sababiin isaas, Yihowaan akkana jedhee dubbateera:
-
-
Isaayyaas 31:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 “Yaa saba Israaʼel, gara isa qaanii malee irratti finciltan sanaatti deebiʼaa.+
-
-
Isaayyaas 59:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Yakka raawwanneerra, Yihowaas ganneerra;
Waaqa keenya irraa garagalleerra.
-