Isaayyaas 55:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Namni hamaan daandii isaa,Namni jalʼaanis yaada isaa haa dhiisu;+Dhiifamni isaa guddaa waan taʼeef,*+Gara Yihowaa isa gara laafina itti argisiisutti, gara Waaqa keenyaatti haa deebiʼu.+ Yooʼel 2:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yihowaan akkana jedha: “Amma iyyuu taanaan, soomaa,+ booʼaa fi gadoodaaGaraa keessan guutuudhaan gara kootti deebiʼaa.+
7 Namni hamaan daandii isaa,Namni jalʼaanis yaada isaa haa dhiisu;+Dhiifamni isaa guddaa waan taʼeef,*+Gara Yihowaa isa gara laafina itti argisiisutti, gara Waaqa keenyaatti haa deebiʼu.+
12 Yihowaan akkana jedha: “Amma iyyuu taanaan, soomaa,+ booʼaa fi gadoodaaGaraa keessan guutuudhaan gara kootti deebiʼaa.+