6 Kanaafuu, isaan Misphaatti walitti qabaman; bishaan waraabanii Yihowaa duratti dhangalaasan, akkasumas guyyaa sana soomaa oolan.+ Achittis, “Nuti Yihowaa irratti cubbuu hojjenneerra” jedhan.+ Saamuʼelis Misphaatti Israaʼelota irratti abbaa murtii taʼee tajaajiluu jalqabe.+