LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 31:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 “Yaa saba Israaʼel, gara isa qaanii malee irratti finciltan sanaatti deebiʼaa.+

  • Isaayyaas 32:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Namni hubannaa hin qabne, gantummaa babalʼisuu* fi wanta sirrii hin taane Yihowaa irratti dubbachuuf,

      Isa beelaʼe* garaa duwwaa gadhiisuuf,

      Isa dheebotes wanta dhugamu dhowwachuuf,

      Wallaalummaa ni dubbata,

      Garaan isaas wantoota miidhaa geessisan ni qopheessa.+

  • Ermiyaas 17:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Abdii Israaʼel kan taate yaa Yihowaa,

      Warri si dhiisan hundi ni qaanaʼu.

      Warri si* ganan biyyoo irratti ni barreeffamu,+

      Sababiin isaas, isaan Yihowaa isa madda bishaan jireenyaa taʼe dhiisaniiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi