Faarfannaa 73:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Dhugumaan, warri si irraa fagaatan ni badu. Atis nama addaggummaadhaan* si dhiisu kam iyyuu ni balleessita.*+ Isaayyaas 1:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Warri fincilanii fi cubbamoonni waliin ni caccabu,+Warri Yihowaa dhiisanis ni dhumu.+
27 Dhugumaan, warri si irraa fagaatan ni badu. Atis nama addaggummaadhaan* si dhiisu kam iyyuu ni balleessita.*+