Lakkoofsa 15:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 ‘Isin yommuu isa ilaaltanitti ajajawwan Yihowaa hundumaa akka yaadattanii fi akka eegdaniif andaarri uffata keessanii foʼaa kana haa qabaatu.+ Garaa fi ija keessan warra karaa hafuuraa sagaagalummaa raawwachuutti isin geessan hin hordofinaa.+ Yaaqoob 4:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Ejjitoota* nana, addunyaatti michoomuun diina Waaqayyoo akka nama godhu hin beektanii? Kanaafuu, namni michuu addunyaa taʼuu barbaadu kam iyyuu diina Waaqayyoo of godha.+
39 ‘Isin yommuu isa ilaaltanitti ajajawwan Yihowaa hundumaa akka yaadattanii fi akka eegdaniif andaarri uffata keessanii foʼaa kana haa qabaatu.+ Garaa fi ija keessan warra karaa hafuuraa sagaagalummaa raawwachuutti isin geessan hin hordofinaa.+
4 Ejjitoota* nana, addunyaatti michoomuun diina Waaqayyoo akka nama godhu hin beektanii? Kanaafuu, namni michuu addunyaa taʼuu barbaadu kam iyyuu diina Waaqayyoo of godha.+