2 Seenaa Baraa 19:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yehuun+ ilmi Hanaanii+ inni mulʼata argu, isa argachuuf baʼee Yoshaafaax Mootichaan akkana jedhe: “Ati nama hamaa gargaaruu qabdaa?+ Warra Yihowaa jibban hoo jaallachuu qabdaa?+ Sababii kanaatiin dheekkamsi Yihowaa si irratti ni dhufa. Yohaannis 15:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Isin kutaa addunyaa utuu taatanii, addunyaan wanta kan ofii isaa taʼe ni jaallata ture. Amma garuu anatu addunyaa keessaa isin filate malee, isin kutaa addunyaa waan hin taaneef,+ addunyaan isin jibba.+ Yohaannis 17:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Ani dubbii kee isaaniif kenneera; taʼus akkuma ani kutaa addunyaa hin taane, isaanis kutaa addunyaa waan hin taaneef addunyaan isaan jibbe.+ Yohaannis 18:36 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Yesuusis deebisee,+ “Mootummaan koo kutaa addunyaa kanaa miti.+ Mootummaan koo kutaa addunyaa kanaa utuu taʼee, Yihudootatti dabarfamee akkan hin kennamneef tajaajiltoonni koo anaaf lolu turan.+ Amma garuu Mootummaan koo addunyaa kana irraa miti” jedhe. 1 Yohaannis 2:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Addunyaas taʼe wantoota addunyaa keessa jiran hin jaallatinaa.+ Namni kam iyyuu addunyaa yoo jaallate, jaalalli Abbaa isa keessa hin jiru;+ 1 Yohaannis 5:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Nuti kan Waaqayyoo akka taane beekna, guutummaan addunyaa garuu humna isa hamaa sanaa* jala jira.+
2 Yehuun+ ilmi Hanaanii+ inni mulʼata argu, isa argachuuf baʼee Yoshaafaax Mootichaan akkana jedhe: “Ati nama hamaa gargaaruu qabdaa?+ Warra Yihowaa jibban hoo jaallachuu qabdaa?+ Sababii kanaatiin dheekkamsi Yihowaa si irratti ni dhufa.
19 Isin kutaa addunyaa utuu taatanii, addunyaan wanta kan ofii isaa taʼe ni jaallata ture. Amma garuu anatu addunyaa keessaa isin filate malee, isin kutaa addunyaa waan hin taaneef,+ addunyaan isin jibba.+
14 Ani dubbii kee isaaniif kenneera; taʼus akkuma ani kutaa addunyaa hin taane, isaanis kutaa addunyaa waan hin taaneef addunyaan isaan jibbe.+
36 Yesuusis deebisee,+ “Mootummaan koo kutaa addunyaa kanaa miti.+ Mootummaan koo kutaa addunyaa kanaa utuu taʼee, Yihudootatti dabarfamee akkan hin kennamneef tajaajiltoonni koo anaaf lolu turan.+ Amma garuu Mootummaan koo addunyaa kana irraa miti” jedhe.
15 Addunyaas taʼe wantoota addunyaa keessa jiran hin jaallatinaa.+ Namni kam iyyuu addunyaa yoo jaallate, jaalalli Abbaa isa keessa hin jiru;+
19 Nuti kan Waaqayyoo akka taane beekna, guutummaan addunyaa garuu humna isa hamaa sanaa* jala jira.+