LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 9:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Mucaan nuuf dhalateera,+

      Ilmi nuuf kennameera;

      Bulchiinsi* gateettii isaa irra ni taʼa.+

      Maqaan isaas, Gorsaa Dinqii,+ Waaqa Jabaa,+ Abbaa Bara Baraa, Bulchaa Nagaa jedhama.

  • Daaniʼel 2:44
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 44 “Bara mootota sanaatti Waaqni samii mootummaa matumaa hin balleeffamne+ tokko ni hundeessa.+ Mootummaan kunis saba kan biraa kamitti iyyuu dabarfamee hin kennamu.+ Innis mootummoota kana hundumaa caccabsee ni balleessa;+ kophaa isaas bara baraaf ni dhaabbata;+

  • Daaniʼel 7:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Achiis uummanni, saboonnii fi namoonni qooqa garaa garaa dubbatan hundi akka isa tajaajilaniif, bulchiinsi,+ ulfinnii+ fi mootummaan isaaf ni kenname.+ Bulchiinsi isaa bulchiinsa bara baraa ti, hin darbus; mootummaan isaas hin balleeffamu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi