LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 49:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Hamma Shiiloon* dhufutti,+ uleen mootii Yihudaa+ keessaa, uleen ajajaas miila isaa gidduudhaa hin baʼu; saboonnis isaaf ni ajajamu.+

  • Faarfannaa 2:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 “Ani Xiyoon+ isa gaara koo isa qulqulluu taʼe irratti,

      Mootii koo muudeera”+ jedha.

  • Zakkaariyaas 6:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Mana qulqullummaa Yihowaa kan ijaaru isa dha; ulfinas ni argata. Inni teessoo isaa irra taaʼee ni bulcha; teessoo isaa irra taaʼees luba ni taʼa;+ lamaan isaanii gidduus* waliigalteen nagaa ni jiraata.

  • Luqaas 22:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 akkuma Abbaan koo anaa wajjin kakuu gale, anis isinii wajjin kakuu mootummaa nan gala;+

  • Mulʼata 19:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Uffata isaa irratti, eeyyee, gudeeda isaa irratti maqaan, “Mootii moototaa fi Gooftaa gooftotaa”+ jedhu barreeffameera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi