LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ibroota 3:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Kanaafuu, yaa obboloota qulqullaaʼoo waamicha* isa samii irraa+ hirmaattan, Yesuus isa ergamaa fi luba ol aanaa+ taʼuu isaa amannee fudhanne sana yaadaa.

  • Ibroota 4:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Kanaafuu, luba ol aanaa guddaa gara samiiwwaniitti seene, jechuunis Yesuus Ilma Waaqayyoo+ waan qabnuuf, amantii isa irratti qabnu ifatti labsuu keenya itti haa fufnu.+

  • Ibroota 8:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Yaadni ijoo wanta dubbachaa jirruu kana dha: Nuti luba ol aanaa akkasii qabna;+ inni samii keessatti mirga teessoo isa Ulfina Qabeessa sanaa taaʼeera;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi