Faarfannaa 110:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 110 Yihowaan Gooftaa kootiin,“Diinota kee ejjeta miila keetii hamman siif godhutti+Mirga koo taaʼi”+ jedheera. Ibroota 1:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Inni ulfina+ Waaqayyoo calaqqisa, eenyummaa isaas sirriitti bakka buʼa;+ akkasumas humna dubbii isaatiin waan hundumaa jiraachisa. Inni cubbuu keenya erga qulqulleessee booda,+ mirga isa Ulfina Qabeessa sanaa, iddoo ol aanaa taaʼe.+
110 Yihowaan Gooftaa kootiin,“Diinota kee ejjeta miila keetii hamman siif godhutti+Mirga koo taaʼi”+ jedheera.
3 Inni ulfina+ Waaqayyoo calaqqisa, eenyummaa isaas sirriitti bakka buʼa;+ akkasumas humna dubbii isaatiin waan hundumaa jiraachisa. Inni cubbuu keenya erga qulqulleessee booda,+ mirga isa Ulfina Qabeessa sanaa, iddoo ol aanaa taaʼe.+