-
Efesoon 1:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 inni humna kanaan Kiristoosiin warra duʼan keessaa kaasee iddoowwan samii keessatti karaa mirga isaa akka taaʼu godheera;+
-
-
Ibroota 12:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 fiigicha kanas Yesuus isa Bakka Buʼaa Guddaa fi Fiixaan Baasaa amantii keenyaa taʼe+ xiyyeeffannaadhaan ilaalaa haa fiignu. Inni gammachuu isa dura jiruuf jedhee salphina isa irra gaʼe tuffatee hamma muka dhiphinaa* irratti fannifamee duʼutti jabaatee dhaabbateera; akkasumas mirga teessoo Waaqayyoo taaʼeera.+
-