Ibroota 7:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Inni yeroo hundumaa jiraatee waan isaaniif kadhatuuf,+ warra karaa isaa gara Waaqayyootti dhihaatan guutummaatti oolchuu ni dandaʼa. 1 Yohaannis 2:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yaa ijoollee koo, wantoota kana kanan isiniif barreessu akka isin cubbuu hin hojjenneefi. Haa taʼu malee, namni kam iyyuu cubbuu yoo hojjete nuti Abbaa biraa gargaaraa* qabna; innis Yesuus Kiristoos+ isa qajeelaa taʼe dha.+
25 Inni yeroo hundumaa jiraatee waan isaaniif kadhatuuf,+ warra karaa isaa gara Waaqayyootti dhihaatan guutummaatti oolchuu ni dandaʼa.
2 Yaa ijoollee koo, wantoota kana kanan isiniif barreessu akka isin cubbuu hin hojjenneefi. Haa taʼu malee, namni kam iyyuu cubbuu yoo hojjete nuti Abbaa biraa gargaaraa* qabna; innis Yesuus Kiristoos+ isa qajeelaa taʼe dha.+