Roomaa 8:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Eenyutu isaanitti murteessa? Sababiin isaas, inni duʼe, inni duʼaa kaʼe, inni mirga Waaqayyoo jiruu+ fi inni nuuf kadhatu+ Kiristoos Yesuusi dha. 1 Ximotewos 2:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Sababiin isaas, Waaqa tokkotu jira;+ Waaqayyoo fi namoota gidduu+ immoo araarsaa+ tokkotu jira; innis Kiristoos Yesuus isa nama taʼe dha;+ Ibroota 9:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Sababiin isaas, Kiristoos iddoo qulqulluu isa harkaan hojjetame, isa fakkeenya isa dhugaa sanaa taʼetti+ hin seenne;+ kanaa mannaa, amma nuuf jedhee Waaqayyo* duratti mulʼachuuf+ kallattiidhaan gara samiitti seene.+ 1 Yohaannis 2:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yaa ijoollee koo, wantoota kana kanan isiniif barreessu akka isin cubbuu hin hojjenneefi. Haa taʼu malee, namni kam iyyuu cubbuu yoo hojjete nuti Abbaa biraa gargaaraa* qabna; innis Yesuus Kiristoos+ isa qajeelaa taʼe dha.+
34 Eenyutu isaanitti murteessa? Sababiin isaas, inni duʼe, inni duʼaa kaʼe, inni mirga Waaqayyoo jiruu+ fi inni nuuf kadhatu+ Kiristoos Yesuusi dha.
5 Sababiin isaas, Waaqa tokkotu jira;+ Waaqayyoo fi namoota gidduu+ immoo araarsaa+ tokkotu jira; innis Kiristoos Yesuus isa nama taʼe dha;+
24 Sababiin isaas, Kiristoos iddoo qulqulluu isa harkaan hojjetame, isa fakkeenya isa dhugaa sanaa taʼetti+ hin seenne;+ kanaa mannaa, amma nuuf jedhee Waaqayyo* duratti mulʼachuuf+ kallattiidhaan gara samiitti seene.+
2 Yaa ijoollee koo, wantoota kana kanan isiniif barreessu akka isin cubbuu hin hojjenneefi. Haa taʼu malee, namni kam iyyuu cubbuu yoo hojjete nuti Abbaa biraa gargaaraa* qabna; innis Yesuus Kiristoos+ isa qajeelaa taʼe dha.+