19 Abdii jabaa fi amansiisaa akka qofoo dooniitti lubbuu qabee dhaabu kana qabna;+ abdiin kunis golgaa sana keessa darbee ol seena;+ 20 Yesuus inni akkuma Malkiseedeq bara baraaf luba ol aanaa taʼe,+ nu dursuudhaan nuuf jedhee iddoo kanatti seeneera.+