Roomaa 8:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Eenyutu isaanitti murteessa? Sababiin isaas, inni duʼe, inni duʼaa kaʼe, inni mirga Waaqayyoo jiruu+ fi inni nuuf kadhatu+ Kiristoos Yesuusi dha. Ibroota 7:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Inni yeroo hundumaa jiraatee waan isaaniif kadhatuuf,+ warra karaa isaa gara Waaqayyootti dhihaatan guutummaatti oolchuu ni dandaʼa.
34 Eenyutu isaanitti murteessa? Sababiin isaas, inni duʼe, inni duʼaa kaʼe, inni mirga Waaqayyoo jiruu+ fi inni nuuf kadhatu+ Kiristoos Yesuusi dha.
25 Inni yeroo hundumaa jiraatee waan isaaniif kadhatuuf,+ warra karaa isaa gara Waaqayyootti dhihaatan guutummaatti oolchuu ni dandaʼa.