Faarfannaa 110:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 110 Yihowaan Gooftaa kootiin,“Diinota kee ejjeta miila keetii hamman siif godhutti+Mirga koo taaʼi”+ jedheera. Hojii Ergamootaa 7:55 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 55 Haa taʼu malee, Isxifaanos hafuura qulqulluudhaan guutamee gara samii yommuu ilaalu, ulfina Waaqayyoo fi Yesuus mirga Waaqayyoo dhaabbatee arge;+
110 Yihowaan Gooftaa kootiin,“Diinota kee ejjeta miila keetii hamman siif godhutti+Mirga koo taaʼi”+ jedheera.
55 Haa taʼu malee, Isxifaanos hafuura qulqulluudhaan guutamee gara samii yommuu ilaalu, ulfina Waaqayyoo fi Yesuus mirga Waaqayyoo dhaabbatee arge;+