Faarfannaa 110:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 110 Yihowaan Gooftaa kootiin,“Diinota kee ejjeta miila keetii hamman siif godhutti+Mirga koo taaʼi”+ jedheera. Maatewos 26:64 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 64 Yesuusis akkana isaan jedhe: “Atumti iyyuu jette kaa. Ani garuu isinitti nan hima, ammaa jalqabee Ilmi namaa+ mirga isa humna qabeessa sanaa taaʼee,+ duumessa samiitiin yommuu dhufu ni argitu.”+
110 Yihowaan Gooftaa kootiin,“Diinota kee ejjeta miila keetii hamman siif godhutti+Mirga koo taaʼi”+ jedheera.
64 Yesuusis akkana isaan jedhe: “Atumti iyyuu jette kaa. Ani garuu isinitti nan hima, ammaa jalqabee Ilmi namaa+ mirga isa humna qabeessa sanaa taaʼee,+ duumessa samiitiin yommuu dhufu ni argitu.”+