Faarfannaa 110:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 110 Yihowaan Gooftaa kootiin,“Diinota kee ejjeta miila keetii hamman siif godhutti+Mirga koo taaʼi”+ jedheera. Luqaas 22:69 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 69 Haa taʼu malee, ammaa jalqabee Ilmi namaa+ mirga Waaqa isa humna qabeessa taʼe sanaa ni taaʼa.”+
110 Yihowaan Gooftaa kootiin,“Diinota kee ejjeta miila keetii hamman siif godhutti+Mirga koo taaʼi”+ jedheera.