LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 45:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Waaqayyo baraa hamma bara baraatti aangoo mootii siif ni kenna;*+

      Uleen mootummaa kee ulee qajeelinaa* ti.+

  • Hisqiʼel 21:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Ani isa nan diiga, nan diiga, nan diiga. Hamma inni mirga seeraa qabu sun dhufutti,+ inni kan eenyuu iyyuu hin taʼu; anis isaaf nan kenna.’+

  • Daaniʼel 7:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 “Anis mulʼata halkan natti dhufe sana ilaaluu koo ittan fufe; kunoo, ilma namaa+ kan fakkaatu tokko duumessa samii wajjin ni dhufe; innis gara Isa Bara Dheeraa Jiraate+ sanaatti akka seenu isaaf ni heyyamame; isaanis isa duratti isa dhiheessan. 14 Achiis uummanni, saboonnii fi namoonni qooqa garaa garaa dubbatan hundi akka isa tajaajilaniif, bulchiinsi,+ ulfinnii+ fi mootummaan isaaf ni kenname.+ Bulchiinsi isaa bulchiinsa bara baraa ti, hin darbus; mootummaan isaas hin balleeffamu.+

  • Mulʼata 19:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Uffata isaa irratti, eeyyee, gudeeda isaa irratti maqaan, “Mootii moototaa fi Gooftaa gooftotaa”+ jedhu barreeffameera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi