LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 11:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Warra rakkataniif haqaan* murtii ni kenna,

      Garraamota lafa irra jiraniif jedhees qajeelummaadhaan ni ifata.

      Ulee afaan isaa keessaa baʼuun lafa ni rukuta,+

      Hafuura afaan isaa keessaa baʼuunis isa hamaa ni ajjeesa.+

  • Ermiyaas 33:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Bara sanattii fi yeroo sanatti latii* qajeelaan tokko Daawitiif akka latu nan godha;+ innis biyyattii keessatti haqaa fi qajeelummaa ni fida.+

  • Ibroota 1:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Waaʼee Ilma isaa garuu akkana jedhe: “Waaqayyo baraa hamma bara baraatti aangoo mootii siif ni kenna,*+ uleen Mootummaa kee ulee qajeelinaa* ti. 9 Ati qajeelummaa jaallattee jalʼina jibbite. Waaqayyo inni Waaqa kee taʼe, hiriyoota kee caalchisee zayitii gammachuutiin kan si dibe+ kanaafi.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi