Isaayyaas 11:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Latiin+ gufuu Issey+ keessaa ni baʼa,Wanti hidda+ isaa irraa biqilus firii ni godhata. Isaayyaas 11:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Warra rakkataniif haqaan* murtii ni kenna,Garraamota lafa irra jiraniif jedhees qajeelummaadhaan ni ifata. Ulee afaan isaa keessaa baʼuun lafa ni rukuta,+Hafuura afaan isaa keessaa baʼuunis isa hamaa ni ajjeesa.+ Ermiyaas 23:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yihowaan akkana jedha: “Kunoo, guyyaan ani Daawitiif latii* qajeelaa itti kaasu ni dhufa.+ Mootiin ni bulcha;+ inni hubannaa ni argisiisa; biyyattii keessattis haqaa fi qajeelummaa ni raawwachiisa.+ Ibroota 1:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Ati qajeelummaa jaallattee jalʼina jibbite. Waaqayyo inni Waaqa kee taʼe, hiriyoota kee caalchisee zayitii gammachuutiin kan si dibe+ kanaafi.”+
4 Warra rakkataniif haqaan* murtii ni kenna,Garraamota lafa irra jiraniif jedhees qajeelummaadhaan ni ifata. Ulee afaan isaa keessaa baʼuun lafa ni rukuta,+Hafuura afaan isaa keessaa baʼuunis isa hamaa ni ajjeesa.+
5 Yihowaan akkana jedha: “Kunoo, guyyaan ani Daawitiif latii* qajeelaa itti kaasu ni dhufa.+ Mootiin ni bulcha;+ inni hubannaa ni argisiisa; biyyattii keessattis haqaa fi qajeelummaa ni raawwachiisa.+
9 Ati qajeelummaa jaallattee jalʼina jibbite. Waaqayyo inni Waaqa kee taʼe, hiriyoota kee caalchisee zayitii gammachuutiin kan si dibe+ kanaafi.”+