LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ruut 4:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Dubartoonni ollaa ishiis maqaa isaaf ni baasan. “Ilmi Naaʼomiidhaaf dhalateera” jechuudhaan maqaa isaa Yoobeed jedhanii moggaasan. Inni abbaa Issey isa abbaa Daawit taʼee ti.

  • 1 Saamuʼel 17:58
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 58 Yeroo kanatti Saaʼol, “Gurbaa, ati ilma eenyuu ti?” jedhee isa gaafate; Daawitis, “Ani ilma tajaajilaa kee Issey+ isa nama Beetaliheem+ taʼe sanaa ti” jedhee isaaf deebise.

  • Maatewos 1:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 1 Kitaaba seenaa* Yesuus Kiristoos,* ilma Daawit,+ ilma Abrahaam:+

  • Maatewos 1:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Issey Daawit+ Mooticha dhalche.

      Daawit haadha manaa Uuriyaa irraa Solomooniin+ dhalche;

  • Luqaas 3:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Yesuus+ yeroo hojii isaa jalqabetti umuriin isaa gara waggaa 30 ture;+ namoonnis akka inni

      ilma Yoseef+ taʼetti yaadu turan;

      Yoseef ilma Heelii,

  • Luqaas 3:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Daawit ilma Issey,+

      Issey ilma Yoobeed,+

      Yoobeed ilma Boʼaaz,+

      Boʼaaz ilma Salmoon,+

      Salmoon ilma Naʼaasoon,+

  • Hojii Ergamootaa 13:22, 23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Erga isa aangoo irraa buusee booda immoo, Daawitiin mootii godhee isaaniif kaase;+ waaʼee isaas, ‘Ani Daawit ilma Issey+ isa nama akka garaa koo taʼe+ argadheera; inni wantan barbaadu hunda ni hojjeta’ jedhee dhugaa baʼeera. 23 Akkuma waadaa galettis Waaqayyo sanyii namicha kanaa keessaa fayyisaa tokko, jechuunis Yesuusiin+ Israaʼeliif fideera.

  • Roomaa 15:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Isaayyaasis, “Hiddi Issey+ inni saboota bulchuuf kaʼu ni mulʼata;+ saboonnis abdii isaanii isa irra ni kaaʼatu”+ jedheera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi