LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 7:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Barri jireenyaa kee dhumee+ abbootii kee wajjin yommuu boqottutti, sanyii kee isa si booda dhufu, jechuunis ilma kee* nan kaasa; mootummaa isaas jabeessee nan dhaaba.+

  • Isaayyaas 11:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Latiin+ gufuu Issey+ keessaa ni baʼa,

      Wanti hidda+ isaa irraa biqilus firii ni godhata.

  • Luqaas 1:31, 32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Kunoo, ulfooftee ilma ni deessa;+ maqaa isaas Yesuus jettee moggaasta.+ 32 Inni guddaa ni taʼa;+ Ilma Isa Hundaa Olii ni jedhama;+ Yihowaanis* teessoo abbaa isaa Daawit isaaf ni kenna;+

  • Luqaas 1:68, 69
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 68 “Yihowaan Waaqni Israaʼel saba isaatiif xiyyeeffannaa waan kennee fi fayyina waan isaanii fideef+ haa jajamu.+ 69 Inni mana tajaajilaa isaa Daawit+ keessatti gaanfa fayyinaa*+ nuu kaaseera;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi