-
1 Mootota 1:48Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
48 Achiis mootichi, ‘Yihowaan Waaqni Israaʼel inni harʼa ilmi koo teessoo koo irra akka taaʼu godhee fi ijji koos kana akka argu heyyame haa eebbifamu!’ jedhe.”
-
-
Faarfannaa 41:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Yihowaan Waaqni Israaʼel,
Baraa hamma bara baraatti haa jajamu.+
Ameen, Ameen.
-
-
Faarfannaa 72:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Yihowaan Waaqni Israaʼel,
Inni kophaa isaa wantoota dinqisiisoo taʼan raawwatu haa jajamu.+
-