LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 29:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Achiis Daawit guutummaa gumichaa duratti Yihowaa ni jajate. Daawit akkana jedhe: “Waaqa Israaʼel abbaa keenyaa kan taate yaa Yihowaa, baraa hamma bara baraatti kan jajamte taʼi.

  • Faarfannaa 41:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Yihowaan Waaqni Israaʼel,

      Baraa hamma bara baraatti haa jajamu.+

      Ameen, Ameen.

  • Luqaas 1:68
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 68 “Yihowaan Waaqni Israaʼel saba isaatiif xiyyeeffannaa waan kennee fi fayyina waan isaanii fideef+ haa jajamu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi