Faarfannaa 111:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Inni saba isaatiif furii kenneera.+ צ [Tsadee] Kakuun isaa bara baraaf akka turu ajajeera. ק [Qoof] Maqaan isaa qulqulluu fi sodaachisaa dha.+ Luqaas 7:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Yeroo kanatti hundi isaanii baayʼee sodaatanii, “Raajii guddaan tokko nu gidduutti kaʼeera”+ akkasumas, “Waaqayyo saba isaa yaadateera” jedhanii Waaqayyoof ulfina kennuu jalqaban.+
9 Inni saba isaatiif furii kenneera.+ צ [Tsadee] Kakuun isaa bara baraaf akka turu ajajeera. ק [Qoof] Maqaan isaa qulqulluu fi sodaachisaa dha.+
16 Yeroo kanatti hundi isaanii baayʼee sodaatanii, “Raajii guddaan tokko nu gidduutti kaʼeera”+ akkasumas, “Waaqayyo saba isaa yaadateera” jedhanii Waaqayyoof ulfina kennuu jalqaban.+