LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 15:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Jaalala kee isa amanamaadhaan saba isa furte+ ni geggeessite;

      Jabina keetiin gara bakka jireenyaa kee isa qulqulluu taʼetti isaan qajeelchita.

  • Luqaas 1:68
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 68 “Yihowaan Waaqni Israaʼel saba isaatiif xiyyeeffannaa waan kennee fi fayyina waan isaanii fideef+ haa jajamu.+

  • Mulʼata 7:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Akkasumas sagalee guddaadhaan, “Fayyina kan arganne, Waaqa keenya isa teessoo irra taaʼee+ fi Hoolicha irraa ti”+ jedhanii iyyu turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi