-
Isaayyaas 6:2, 3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Suraafelonni isa gararraa dhaabbatanii turan; tokkoon tokkoon isaaniis qoochoowwan* jaʼa jaʼa qabu turan. Tokkoon tokkoon isaanii* qoochoowwan lamaan fuula isaanii, akkasumas qoochoowwan lamaan miila isaanii haguuganii turan; qoochoowwan lama lamaan immoo ni barrisu turan.
3 Isaaniis sagalee isaanii ol kaasanii,
“Qulqulluu, qulqulluu, qulqulluu dha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.+
Guutummaan lafaas ulfina isaatiin guutamteetti” waliin jedhu turan.
-
-
Mulʼata 4:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Uumamawwan jiraatoon arfan sun tokkoon tokkoon isaanii qoochoowwan jaʼa jaʼa qabu turan; qochoowwan sun naannoon isaanii fi keessi isaanii ijaan kan guutame ture.+ Isaan utuu wal irraa hin kutin halkanii fi guyyaa, “Qulqulluu, qulqulluu, qulqulluu dha Yihowaan,*+ Inni Hundumaa Dandaʼu, inni ture, inni jiruu fi inni dhufu”+ jedhu turan.
-