Faarfannaa 71:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Yaa Waaqayyo, qajeelummaan kee ol gubbaa gaʼa;+Ati wantoota guguddaa raawwatteetta;Yaa Waaqayyo, kan akka keetii eenyu?+ Faarfannaa 111:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Inni saba isaatiif furii kenneera.+ צ [Tsadee] Kakuun isaa bara baraaf akka turu ajajeera. ק [Qoof] Maqaan isaa qulqulluu fi sodaachisaa dha.+
19 Yaa Waaqayyo, qajeelummaan kee ol gubbaa gaʼa;+Ati wantoota guguddaa raawwatteetta;Yaa Waaqayyo, kan akka keetii eenyu?+
9 Inni saba isaatiif furii kenneera.+ צ [Tsadee] Kakuun isaa bara baraaf akka turu ajajeera. ק [Qoof] Maqaan isaa qulqulluu fi sodaachisaa dha.+