Faarfannaa 36:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Qajeelummaan kee akka gaarota guguddoo* ti;+Murtiiwwan kees akka bishaan balʼaa fi gad fagoo taʼee ti.+ Yaa Yihowaa, namaa fi bineensa situ jiraachisa.*+
6 Qajeelummaan kee akka gaarota guguddoo* ti;+Murtiiwwan kees akka bishaan balʼaa fi gad fagoo taʼee ti.+ Yaa Yihowaa, namaa fi bineensa situ jiraachisa.*+