Baʼuu 15:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Yaa Yihowaa, waaqolii gidduudhaa kan akka keetii eenyu?+ Akka kee qulqullummaadhaan hundumaa irra kan caalu eenyu?+ Ati sodaatamuu fi jajamuu qabda; wantoota dinqisiisoo taʼanis situ raawwata.+ Faarfannaa 86:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yaa Yihowaa, waaqolii gidduudhaa kan akka keetii hin jiru,+Hojiin kan akka hojii keetiis hin jiru.+ Faarfannaa 89:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Samiiwwan keessatti Yihowaa wajjin wal gituu kan dandaʼu eenyu?+ Ilmaan Waaqayyoo keessaa hoo+ kan akka Yihowaa eenyu? Ermiyaas 10:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yaa Mootii sabootaa,+ kan si hin sodaanne eenyu? Ati sodaatamuu qabda;Sababiin isaas, ogeeyyii sabootaa hundumaa gidduudhaa, mootummoota isaanii hundumaa gidduudhaas,Kan akka keetii tokko illee hin jiru.+
11 Yaa Yihowaa, waaqolii gidduudhaa kan akka keetii eenyu?+ Akka kee qulqullummaadhaan hundumaa irra kan caalu eenyu?+ Ati sodaatamuu fi jajamuu qabda; wantoota dinqisiisoo taʼanis situ raawwata.+
8 Yaa Yihowaa, waaqolii gidduudhaa kan akka keetii hin jiru,+Hojiin kan akka hojii keetiis hin jiru.+
6 Samiiwwan keessatti Yihowaa wajjin wal gituu kan dandaʼu eenyu?+ Ilmaan Waaqayyoo keessaa hoo+ kan akka Yihowaa eenyu?
7 Yaa Mootii sabootaa,+ kan si hin sodaanne eenyu? Ati sodaatamuu qabda;Sababiin isaas, ogeeyyii sabootaa hundumaa gidduudhaa, mootummoota isaanii hundumaa gidduudhaas,Kan akka keetii tokko illee hin jiru.+