Faarfannaa 40:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yaa Waaqa koo Yihowaa,Ati wantoota dinqisiisoo hedduu nuuf gooteetta,Yaadawwan nuuf qabdus hedduu dha.+ Kan siin gitu tokko illee hin jiru;+Ani waaʼee wantoota kanaa himuu fi dubbachuuf utuun yaalee,Lakkoofsi isaanii gita hin qabu!+ Faarfannaa 71:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Yaa Waaqayyo, qajeelummaan kee ol gubbaa gaʼa;+Ati wantoota guguddaa raawwatteetta;Yaa Waaqayyo, kan akka keetii eenyu?+
5 Yaa Waaqa koo Yihowaa,Ati wantoota dinqisiisoo hedduu nuuf gooteetta,Yaadawwan nuuf qabdus hedduu dha.+ Kan siin gitu tokko illee hin jiru;+Ani waaʼee wantoota kanaa himuu fi dubbachuuf utuun yaalee,Lakkoofsi isaanii gita hin qabu!+
19 Yaa Waaqayyo, qajeelummaan kee ol gubbaa gaʼa;+Ati wantoota guguddaa raawwatteetta;Yaa Waaqayyo, kan akka keetii eenyu?+