Faarfannaa 89:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Samiiwwan keessatti Yihowaa wajjin wal gituu kan dandaʼu eenyu?+ Ilmaan Waaqayyoo keessaa hoo+ kan akka Yihowaa eenyu? Daaniʼel 4:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Jiraattonni lafaa hundi homaatti iyyuu hin lakkaaʼaman; inni raayyaa samii fi jiraattota lafaa gidduutti akkuma fedhii isaatti ni hojjeta. Isa* dhowwuus taʼe, ‘Maal gochuu kee ti?’+ isaan jechuu kan dandaʼu hin jiru.+
6 Samiiwwan keessatti Yihowaa wajjin wal gituu kan dandaʼu eenyu?+ Ilmaan Waaqayyoo keessaa hoo+ kan akka Yihowaa eenyu?
35 Jiraattonni lafaa hundi homaatti iyyuu hin lakkaaʼaman; inni raayyaa samii fi jiraattota lafaa gidduutti akkuma fedhii isaatti ni hojjeta. Isa* dhowwuus taʼe, ‘Maal gochuu kee ti?’+ isaan jechuu kan dandaʼu hin jiru.+