Keessa Deebii 3:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 ‘Yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa, ati guddina kee fi irree kee isa jabaa ana tajaajilaa keetti argisiisuu jalqabdeetta;+ samii irrattis taʼe lafa irratti waaqni akka kee wantoota guguddaa akkanaa raawwatu eenyu?+ Faarfannaa 104:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Yaa Yihowaa, hojiiwwan kee akkam baayʼatu!+ Hunda isaanii ogummaadhaan tolchite.+ Lafti wanta ati tolchiteen guutamteetti.
24 ‘Yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa, ati guddina kee fi irree kee isa jabaa ana tajaajilaa keetti argisiisuu jalqabdeetta;+ samii irrattis taʼe lafa irratti waaqni akka kee wantoota guguddaa akkanaa raawwatu eenyu?+
24 Yaa Yihowaa, hojiiwwan kee akkam baayʼatu!+ Hunda isaanii ogummaadhaan tolchite.+ Lafti wanta ati tolchiteen guutamteetti.